Xurree ittiin seenan

Breaking News

Buqqaatoonni Naannoo Amhaaraa Magaalaa Baahirdaar Buufataalee Baqattootaa keessa Jiran Waraqaa Eeenyummaa Dhabuun Rakkanne Jedhu 


Eddu-gala namoota wal-waraansaan qehee irraa buqahanii funura nama dhaabbatu, magaala Dasee, Onkoloolessa 8, 2021
Eddu-gala namoota wal-waraansaan qehee irraa buqahanii funura nama dhaabbatu, magaala Dasee, Onkoloolessa 8, 2021

Namoonni sababoota jeequmsaan naannoo Oromiyaa fi Beenishaanguul irraa buqqa’uun magaalaa Baahirdaar Naannoo Amhaaraa keessa buufata baqattootaa keessa jiraatan waraaqaa eenyummeessaa magaalichaa waan hin qabneef deeggarsa nayaataas ta’e kanneen biroo isaan barbaachisan argachuuf akka rakkatan Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Dubbii himaan biiroo sodaa balaa naannoo Amhaaraa Obbo Birhaanuu Zeewduu Sagalee Ameerikaatti akka himanitti gargaarsi namoomaa namoota gargaarsi qaqqabuu maluuf qaqaabuu isaa to’achuuf jecha waraqaa eenyuummeessaa gaafachuu malaa jechuun deebisan. Bahaardaar Irraa Asteer Misgaanaawutu gabaase.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG