Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan Rippabilikaanotaan to’atamu wixinee baasii yokaan baajetaa dhiyaate irratti yoo waliigaluudhaa baate Dilbata fullee keenya Onkolooleessa tokko,hojiin Mootummaa Yunaaytid Isteetis cufamuuf deema. Kana ilaalchisee Dr. Bayyaan Asoobaa, ogeessa seeraa siyaasaa fi mirga dhala-namaa Koomishina Mirga Namoomaa kutaa Yunaayiti Isteetis, Ohaayoo irraa Jaallanneen haasoofsiiftee jirti. Akkas jedhu.
Baajeta Dhufu Mirkaneessuurratti Waliigalteen Dhabamuurraa Hojiin Mootummaa Yunaayitid Isteetis Cufamuu Mala
- Jaallannee Gammadaa
Forum