Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Amerikaa Cufamuu Irraa Baraaramee Jira 


Prezidaantiin Yunaaytid Isteetis Joo Baaydiin wixine yeroo mallateessan.
Prezidaantiin Yunaaytid Isteetis Joo Baaydiin wixine yeroo mallateessan.

Prezidaantiin Yunaaytid Isteetis Joo Baaydiin Sambata darbe Wiixinee maallaqa mootummaan hanga walakkeessa baatii Sadaasaatti gargaaruu fi cufamuu irraa olchuu mallatteessaniiru. kunis maallaqni dhaabbilee federaalaa dhumuu isaa sa’aatii tokko lafa hafeetti ture.

Baayiden suuraa ofii isaa wixinee kana mallatteessuu isaanii agarsisuu waltajjii miidiyaa hawaasaa Twitter jedhamuu irratti Sambata galgala maxxansan. Ergaa isaanii kana keessatti, Kongireesiin bara baajataa guutuuf wixinee maallaqaa akka raggaasisuuf hatattamaan hojiitti akka seenu gaafataniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG