Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Keeniyaan Humna Poolisii Ishee Heyitiitti Erguuf Qophaa’uu Xiinxaltoonni Yaada Garaa Garaa Qaban 

Waa’ee Keeniyaan Humna Poolisii Ishee Heyitiitti Erguuf Qophaa’uu Xiinxaltoonni Yaada Garaa Garaa Qaban 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:46 0:00

Mootummaan Keeniyaa miseensota humna poolisii isaa kuma tokko gara Heeyitiitti erguun jeequmsa biyyattii keessaa hir’isuu gargaaruuf qophii ta’uu ibseera. Lammiileen Keeniyaa tokko tokko yaada gaarii dha kan jedhan yoo ta’u, kaan immoo yaada dhihaate kana ilaalchisee yaaddoo qaban ibsaa jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG