Haalaa kanaan duraa muudatee hin beekneen Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa yokaan Koongiresiin Yunaayitid Isteetis Af-yaa’ii isaa aangoo irraa kaasee jira. Af-ya’ii Keevin Maakaartii aangoo irraa kaasudhaaf sagalee kanneen kennan miseensota Paartii isaanii saddeetii fi miseensota Paartii Dimokiraatii hunda isaaniiti. Kana irratti gabaasaa Kaatiriin Giibseniin qophaa’e qabna.
Af-yaa’iin Mana-maree Yunaayitid Isteetis Miseensota Paartii Isaanii 8 Dabalee Sagalee Kennameen Taayitaarraa Kaasaman
- VOA
Forum