Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Somaaliyaa Leenjifamtoota Qondaalota Waraanaa Somaaliyaa Ertiraa Keessa Jiran Daawwatan

FAAYILII - Prezidaantiin Somaaliyaa Hasan S. Mohammud kanaan dura oggaa leenjifamtoota waraana biyya isaanii Eertiraa jiran daawwatan.
FAAYILII - Prezidaantiin Somaaliyaa Hasan S. Mohammud kanaan dura oggaa leenjifamtoota waraana biyya isaanii Eertiraa jiran daawwatan.

Prezidaantiin Somaaliyaa Hasan S. Mohammud leenjifamtoota qodaalota waraanaa Somaaliyaa, kan mekaanaayizdii, kan humna addaa, kan humna galaanaa fi kan humna qilleensaa Ertiraa keessatti leejii fudhtaa jiran daawwatanii jiru.

Prezidaat Hsanii fi jilli isaanii yeroo Errtirraa seenanitti, dirree xayyaaraa idil-addunyaa Asmaraatti Prezidaant Isaayyas Afewarqiin Simatanii jiran. Prezidaant Isaayyaas waliin kan leenjifamtoota biyya isaanii daawwatan Prezidaant Hasan, Ertiraan akka biyya obboleessaatti nageenya Somaaliyaatiif qooda gumaachiteef galatoomsitanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG