Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taliiliin Dhibee Busaa Haaraa Buhuun Abdii Kenneyyuu, Araadni Tamboommoo Ijoollee Manneen Barnootaaf Yaaddoo Uumee Jira 

Taliiliin Dhibee Busaa Haaraa Buhuun Abdii Kenneyyuu, Araadni Tamboommoo Ijoollee Manneen Barnootaaf Yaaddoo Uumee Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:56 0:00

Jaarmyaan Fayyaa Addunyaa talaalii haaraa kan dhibee Busaa wiixata Wiixata dabree raggaasisee jira. Gama kaaniin jaarmayaan kun daa'imman mana barumsaa keessatti araada Tamboof akka hin saaxilamneef, manni barumsaa of-eeggannoo gochuu qaba, jedheera.

Forum

XS
SM
MD
LG