Xurree ittiin seenan

Breaking News

Deggertoonni Israa’elii fi Ka Falasxiinotaa Magaalaalee Yunaayitid Isteetis Keessatti Hirriira Bahaa Jiru

Deggertoonni Israa’elii fi Ka Falasxiinotaa Magaalaalee Yunaayitid Isteetis Keessatti Hirriira Bahaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:57 0:00

Walwaraansii mootummaa Israa’elii fi garee Palastaayin Hamaas gudduutii taasifamaa jiruun walqabatee hiriirri deggersaa fi mormii as Yunaayitid Istees keessaati taasifamuun itti fufee jira.

Karaa biraatiin masaraan Waayit Haawus deggersaa Israa’eliif qabu agarsiisuudhaaf halluu Cuquliisaa fi Adii kan alaabaa Israa’el muldhisaa ture. akkasumas Yunaayitid Isteets deggersa meeshaa waraanaa israa’eliif taasisaa akka jirtu Waayit Haawus ibsee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG