Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaa Kaabaa Keessatti Akaakuun Mukaa Tokko Lafa Qonnaan-bultootaa Weeraruun Rakkoo Itti Fidaa Jira

Keeniyaa Kaabaa Keessatti Akaakuun Mukaa Tokko Lafa Qonnaan-bultootaa Weeraruun Rakkoo Itti Fidaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:32 0:00

Keeniyaa Kaabaa Keessatti Akaakuun Mukaa Tokko Lafa Qonnaan-bultootaa Weeraruun Rakkoo Itti Fidaa Jira

Waggoottan 40 keessatti hongeen dhiheenya kana Keeniyaa Kaabaa muudate namoottan miiliyoonii shan ta’an irratti miidhaa geesisee jira. Rakkina hongee kana cinatti immoo akaakuun mukaa tokko lafa qonnaan bultootaa weeraruudhaan naannoodhaa fi qabeenya irratti rakkina uumaa akka jiru tu gabaasame.

Forum

XS
SM
MD
LG