Wal-warraansa Giddu-galeessa Bahaa keessatti Isiraa’elii fi garee Hamaas, kan Falasxiin gidduutti deemaa jiruun wal-qabatee, Isiraa’el haleellaa buufata xayyaaraa Damaasqoo fi Aleppoo irratti, kamisa kaleessaa raaw’atte, jechuun Siiriyaan beeksistee jirti.
Oduun kun waraansicha babal’achuu mala, ka jedhu oduu dabalaataa naanicha keessatti umuu akka danda’u tu gabaasame.
Forum