Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileet Buzee Dirribaa Kanaadaatti, Atileet Almaaz Ayyaanaa Hindiitti Dorgommiilee Fiigichaa Injifatan  

Atileet Buzee Dirribaa Kanaadaatti, Atileet Almaaz Ayyaanaa Hindiitti Dorgommiilee Fiigichaa Injifatan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:20 0:00
Dorgommii Maraatoonii Toronto Waterfront yeroo 22ffaaf Kanaadaa Torontotti gaggeeffamee irratti atileetiin Itoophiyaa Buzee Dirribaa ka dubartootaan yagguu injiffatu, fiigicha dhiiraatiin ammoo Adunyaa Taakkalaa lammaffaa baahee jira. Dorgommichaa booda atileet Buzee Dirribaa ibsa Sagalee Ameerikaa Ameerikkaa wajjin gooteen haalli qileessaa bubee fi qorra ta’us, dandamadhee mo’achuu kootti baay’ee gammadeera, jette. Gama biraattin walakkaa maaraatoonii biyya Hinditti deemsifame irratti atileet Almaz Ayanaan injifattee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG