Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldorgommiin ‘Fiigicha Afrikaa Guddicha’ Jedhamu Naannoo Waashingtan Diisiitti Geggeessame  


Waldorgommiin ‘Fiigicha Afrikaa Guddicha’ Jedhamu Naannoo Waashingtan Diisiitti Geggeessame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:53 0:00

Waldorgommiin Fiigicha Afiriikaa Guddicha jedhamuun beekamu kan hawaasa dayaaspooraa as Yuunaayitid Isteetis jiru biratti waggaa waggaan qophaa’u ka bara kana yeroo shanaffaaf kan as naannoo Washingitan Diisii jiru magaalaa Aleksaandiriyaa, ka kutaa Virijiiniyaa keessatti gaggeeffameera. Dhaabbanni Noovaa Konneekshin jedhamu kan sagantaa kana qopheessu waldorgommii fiigichaa kanaan alattis Atileetoota Maatii Dibaabaa, Atileet Silashii Sihiin, Obbo Gimmaa Waaqee fi muuziqaa Jaaziin kan beekamu Mulaatuu Astaaxiqeefis beekamtii kennameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG