Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prof Efireem Isaaq: Lolli Dhiheenya Giddu-galeessa Bahaa Keessatti Ka’e Na Yaaddessa 


Prof Efireem Isaaq: Lolli Dhiheenya Giddu-galeessa Bahaa Keessatti Ka’e Na Yaaddessa 
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:57 0:00
Haleellaa Hamaas torban darbe Israa’el irratti raawwate hordofee Israa’el Gaazaa irratti haleellaa banuun ishee ni yaadatama.Kana keessatti gam lameen irraa namoonni ajjeefamaa kan jiran yoo ta'u, kanneen manaa fi qe'e isaanii gadhiisanii baqatanis akka jiran gabaafamaa jira.
Haala giddu-galeessa bahaa keessatti ta'aa jiru kan ilaalchisee hayyuu qorannaa Afaanota Semeetik durii fi qarroomina fi Ityoophiyaa ka tahan, akkasumas karaa abbaa isaanii hidda dhalata Yihudii kan qaban - Proofeesar Efreem Yisaaq Jaallanneen dubbistee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG