Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojiin Chaayinaan Biyyoota Afrikaa Keessatti Hojjettu Bu’aas Miidhaas ni Qaba, Jedhu Xiinxaltoonni

Hojiin Chaayinaan Biyyoota Afrikaa Keessatti Hojjettu Bu’aas Miidhaas ni Qaba, Jedhu Xiinxaltoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Chaayinaan biyyoota Afiriikaa keessatti hojii hojjechaa jirtuun dhiibbaa gaarii akkuma uumaa jirtu miidhaan isheen dhaqqabsiiftuus guddaadha jedhu ogeessoonni. Dhaabbilee biyya keessaa dadhabsiisuu, biyyoonni Chaayinaan keessatti hojjettu galii mataa isaanii sassabbachuu dhadhabuu fi malaammaltummaaf saaxilamuullee ogessoonni Sagaleen Ameerikaa dubbise ibsanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG