Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessonni Keeniyaa Hordoftoota Daran Hawachuuf Gaazzexeessummaa Furmaataatti Fuula Deebifatan  

Gaazzexeessonni Keeniyaa Hordoftoota Daran Hawachuuf Gaazzexeessummaa Furmaataatti Fuula Deebifatan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:57 0:00

Yeroo ammaa, yeroo miidiyaan yokaa sabaahimaaleen addunyaa irra jiran odeeffannoolee karaa midiyaalee hawaasummaa tamsaasaman irraa dhaggeeffatoota yokaan daawwattoota hawachuuf dorgommii keessa jiran kanatti, akaakuun gaazzexeessummaa ka Gaazzexeessummaa Furmaataa jedhamu, dhimmoota akka jijjiirama qilleensa naannoo faa ilaalchisee odeeffannoo gad-fageenya qabuu fi hojiin mul’achuu danda’u dhiheessaa jira. Gabaasaan Viktoorriyaa Amuungaa Naayiroobii irraa nu dhaqqabe kanatti fuuleffata.

Forum

XS
SM
MD
LG