Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baayiden Akka Gargaarsi Namoomaa Gaazaa Seenu Yaalii Taasisanitti Milka’anii Jiran 

Prezidaant Baayiden Akka Gargaarsi Namoomaa Gaazaa Seenu Yaalii Taasisanitti Milka’anii Jiran 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

Kaayyoon prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Roobii kaleessaa iIraa’eliin daawwatan inni tokko rakkina gargaarsa namoomaa Gaazaa keessaa jiruuf furmaata barbaachuudha.

Baayideen kan Israa’eliin daawwatan dhohinsii hamaan hospitaala Gaazaa keessatti argamu irratti raawwatee namoottan 500 ta’an yemmuu du’anitti ture. Kana irratti gabaasa Liindaa Giraadistiin Iyerusaaleem irraa ergame qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG