Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxalaa: Haasaan Baayiden Uummata Biyya Isaaniif Taasisan Akkaataa Deggersa Uummatichaa Isaan Hin Dhabsiisnetti Kan Karoorfame  

Xiinxalaa: Haasaan Baayiden Uummata Biyya Isaaniif Taasisan Akkaataa Deggersa Uummatichaa Isaan Hin Dhabsiisnetti Kan Karoorfame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:27 0:00

Pirezidaantiin Yuunaayiitid Isteetis Joo Baayidee eega Israa’eeliin daawwatanii deebi’anii guyyaa tokkoo booda Kamisa kaleessaa galgala Uummata Ameerikaa hundaaf haala waraansa Israa’eelii fi Hamaas akkasumas kan Yuukireenii fi Raashiyaa ilaalchisuun ibsa bal’aa kennanii jiru.

Joo Baayiden wayita gara Israa’eelitti imalanitti Ministira Muummee Israa’eel dabalatee angawoota Israa’eel waliin marii taasisan turan, garuu kan warra Falasxiin osoo hin dubbisiin deebi’an. Dhimma kanaa fi qabiyyee dubbii isaanii kaleessa galgalaa irratti Piroofesar Mohaammad Xaahiroo Kolleejjii Kooliin kan Teeksaasitti aragmurraa dubbisneerra.

Forum

XS
SM
MD
LG