Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baayiden Waraansa Isiraa’el Hamaas Waliin, Yukireen Raashiyaa Waliin Geggeessaa Jiran Uummatni Ameerikaa Akka Gargaaru Gaafatan  

Prezidaant Baayiden Waraansa Isiraa’el Hamaas Waliin, Yukireen Raashiyaa Waliin Geggeessaa Jiran Uummatni Ameerikaa Akka Gargaaru Gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:08 0:00

Pirezidaanti Joo Baayiden, uummanni Amerikaa duula waraanaa Yukireen fi Israa’el keessatti gaggeeffamaa jiru maallaqaan gargaaruu akka itti fufan kallattiin waajiira isaanii isa Waayit Haawus keessa jiru irraa, Kamiisa kaleessaa galgala waamicha dhiyeessan.

Kunis Tel Avivitti imaluun, michuu ijoo Waashingitan kan taatee Israa’eliif deeggarsa qaban eega agarsiisan guyyaa tokko booda. Paatsii Wiidaakuswaaraa Waayit Haawus irraa gabaasa ergite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG