Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Vaalenshiyaa, Faransaaayitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraan Lammaffaa Hanga Afuraffaa Injifatan


Dorgommii Vaalenshiyaa, Faransaaayitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraan Lammaffaa Hanga Afuraffaa Injifata
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00

Dorgommii Vaalenshiyaa, Faransaaayitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraan Lammaffaa Hanga Afuraffaa Injifata

Dorgommii Walakkaa Maraatoonii Vaaleenshiyaatti geggeessameen atileetotni Itoophiyaa dhiraan sadarkaa 2ffaa hanga 4ffaatti qabchun xumuran. Dorgommii dilbata kaleessa kanaan, atileettin Keniyaa Kibiwott Kandie sa’atti aariiffataa 4ffaa kan barana galmeesisuun injjifateeraa.Dorogoomii dhumaa kana dubaartootaan atileetoonni Keeniyaa sadarkkaa 1ffaa hanga 3ffaa yoo qabatan, atileetiin Itoophiyaa Gotiytom Gebresilassie 4ffaa ta’uun xumurte.

Gama biraattiin taphni Primeeriligii Ingilizii toorbee 9ffaarratti Maanchister City fi Manchister yunited moorkatoota isaani yoo injjiffatan Arsenal fi Chealsean walqixa goolii 2 fi 2n addaan bahaniruu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG