Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Dhalattoota Ganamaa Kan Ameerikaa Siibilli Diimaan Naannoo Isaaniitii Qotamee Akka Hin Baane Falman

Lammiiwwan Dhalattoota Ganamaa Kan Ameerikaa Siibilli Diimaan Naannoo Isaaniitii Qotamee Akka Hin Baane Falman
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:26 0:00

Lammiiwwan Dhalattoota Ganamaa Kan Ameerikaa Siibilli Diimaan Naannoo Isaaniitii Qotamee Akka Hin Baane Falman

Abbootiin murtii federaalaa iyyannoo hawaasa dhalattoota Ameerikaa ganama irraa dhiyaate irratti mari’achaa jiru. Leevii Istooliing-tu Arizoonaa irraa gabaase.

Baroota dheeraaf, lafti giddugala Arizoonaa Tontoo bosona biyyoolessaa, Ook Filaat jedhamuun beekamu kun, bakka sirnoonni amantii Apaache Dhihaa fi biqiltoonni qorichaaf oolan itti walitti qabamani.

Mootummaan Yunaayitid Isteetis garee albuudaa addunyaa Riyoo Tiintoo waliin albuuda sibiila diimaa bakka kanatti qotuuf jijjiirraa lafaa yeroo raggaasise, dhaabbati bu’aa f hin hojjenne biyya keessaa qabiyyee Apaache akka hin qabanne jechuun himate.

Forum

XS
SM
MD
LG