Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aangawoonni Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraa Namoota Oromiyaa Keessaa Buqqa’anii Naannoo Amaaraa Keessa Jiran Deebisuuf Mari'atan

Aangawoonni Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraa Namoota Oromiyaa Keessaa Buqqa’anii Naannoo Amaaraa Keessa Jiran Deebisuuf Mari'atan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

Aangawoonni Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraa Namoota Oromiyaa Keessaa Buqqa’anii Naannoo Amaaraa Keessa Jiran Deebisuuf Mari'atan

Waggoota afuran darbaniif walitti bu’iinsa naannoo Oromiyaa keessatti uumameen lammiilee naannoo Oromiyaatii buqqa'an naannoo Amaaraa bakkaa adda addaa jiran deebisuuf magaalaa Baahir Daaritti mariin gaggeeffameera. Qondaaltonni ol’aanoo naannoolee Oromiyaa fi Amaaraa, marii magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffameen, namoota buqqa’anii gara naannoo Oromiyaa bakka isaan irraa buqqa'anitti deebisuuf mariin eeguu ibsan.

Forum

XS
SM
MD
LG