Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxaltoota: Walwaraansi Isiraa'elii fi Hamaas Biyyoota Gaanfa Afrikaarratti Dhiibbaa Siyaasaa fi Dinagdee Fiduu Mala


Xiinxaltoota: Walwaraansi Isiraa'elii fi Hamaas Biyyoota Gaanfa Afrikaarratti Dhiibbaa Siyaasaa fi Dinagdee Fiduu Mala
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00

Xiinxaltoota: Walwaraansi Isiraa'elii fi Hamaas Biyyoota Gaanfa Afrikaarratti Dhiibbaa Siyaasaa fi Dinagdee Fiduu Mala

Wal-waraansi garee Hamaasii fi Israa’eel gidduutti taasifamaa jiru ammayyuu akkuma itti fufee jirutti lubbuu namoota hedduu galafaateera. Waraanichi Israa’elii fi Gaazaa bira darbuun biyyoota Gaanfa Afirikaallee miidhuu mala jedhu ogeessoonni saayinsii siyaasaa. Akkuma Waraanni Raashiyaa fi Yuukireen Addunyaarratti hanqina midhaan nyaataa qaqqabsiise, Kan Israa’eelii fi Hamaasis hanqina boba’aa Addunyaarratti qaqqabsiisuu mala jechuun himu ogeessoonni waahilli keenya Mitikkuu Fiqaaduu qophii Dirree Dimookiraasii har’aaf dubbise.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG