Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Israa’el Irratti Bulchiinsi Prezidaant Mohammud Abbaas Akka Ejjennoo Cimaa Qabaatu Falasxiinonni West Baank Dhiibbaa Gochaa Jiru

Dhimma Israa’el Irratti Bulchiinsi Prezidaant Mohammud Abbaas Akka Ejjennoo Cimaa Qabaatu Falasxiinonni West Baank Dhiibbaa Gochaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:39 0:00

Dhimma Israa’el Irratti Bulchiinsi Prezidaant Mohammud Abbaas Akka Ejjennoo Cimaa Qabaatu Falasxiinonni West Baank Dhiibbaa Gochaa Jiru

Yeroo wal-waraasi Isiraa’elii fi garee Falastiin kan Yunaayitid Isteetis shororkeessummaatti farrajje Hamaas gidduutti taasisamu Gaazaa keessatti itti fufee jiru kanatti, West Baank keessatti immoo lammileen Falasxiin bulchiinsa prezidaant Mahammud Abbaas irratti gaaffii kaasaa jiran.

Prezidaant Abbaasii fi bulchiinsi Falastiin isaaniin hogganamu inni West Baank keessa jiru dhimma Isiraa’el irratti ejjennoo cimaa falmiirratti hundaa’ee qabaachuu qaban, jechuun dhiibbaa gochaa jiru, lammiileen Falasxiin West Baank keessaa.

Forum

XS
SM
MD
LG