Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayijeeriyaa Keessatti Ijoolleen Manneen Barumsaatii Ala Tahan Baay’achaa Dhufuun Rakkoo Cimaa Uumee Jira

Naayijeeriyaa Keessatti Ijoolleen Manneen Barumsaatii Ala Tahan Baay’achaa Dhufuun Rakkoo Cimaa Uumee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:53 0:00

Naayijeeriyaa Keessatti Ijoolleen Manneen Barumsaatii Ala Tahan Baay’achaa Dhufuun Rakkoo Cimaa Uumee Jira

Naayijeeriyaa keessatti waa’een ijoolleen mannneen barumsaatii ala ta’an baay’achaa dhufuuf balaa biyyaaleessaa hatattamaa ta’eera. Tilmaamaan daa’imman Miiliyoona 20 ta’an manneen barnootaa hordofaa hin jiran , Aadaan wal makuu, diinagdee fi rakkoon bu’uuraalee misoomaa rakkoo hamaa mudate kanaaf sababa ta’uu himu, ogeessonni. Gabaasa Giibsan Emeka Abujaa Naayijeriyaarraa ergite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG