Xurree ittiin seenan

Breaking News

Imamamatni Joo Baayiden Kan Gama Waraanaa Filannoo Prezidantummaa Bara Dhufuurratti Qormaata Itti Tahuu Malaa Laataa?

Imamamatni Joo Baayiden Kan Gama Waraanaa Filannoo Prezidantummaa Bara Dhufuurratti Qormaata Itti Tahuu Malaa Laataa?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:51 0:00

Imamamatni Joo Baayiden Kan Gama Waraanaa Filannoo Prezidantummaa Bara Dhufuurratti Qormaata Itti Tahuu Malaa Laataa?

Imaammatta Pireezidaant Joo Baayideen Waraanatti xumura gochuu inni jedhu duula na filadhaa filannoo bara 2024 taasifamuuf jirurratti qormaanni mudachuuf jiru akkamiin jala ba’uu danda’u. Walitti bu’insi Gaazaa, kan weerara Raashiyaan Yuukireenirratti taasifterratti dabalamuunii akkasuma dhimma Taayiwaan irratti wal dhabdeen Chaayinaa fi Ameerikaa guddachaa dhufuun dhimmoota filannoo prezidaantummaa dhufu irratti Baayidenitti qormaata tahuu malani. Gabaasa masaraa mootummaa Waayiit Haawuus irraa Paatsii Widaakuswaaraa ergite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG