Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Bensidhaangul Gumuz Iddoowwan Heduutti Tajaajilli Ibsaa Addaan Cituun Himame


Naannoo Bensidhaangul Gumuz Iddoowwan Heduutti Tajaajilli Ibsaa Addaan Cituun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:10 0:00

Naannoo Bensidhaangul Gumuz Iddoowwan Heduutti Tajaajilli Ibsaa Addaan Cituun Himame

Naannoo Bensihaangul Gumuz, iddoowwan hedduutti tajaajila ibsaa addaan citee jiru deebisuuf hojiin suphiinsi taasisamaa jiraachuu Korporeeshiniin Humna Ibsaa Itoophiyaa beeksise. Korporeeshinichatti Itti Gaafatamaan Riijinii Lixaa Obbo Haayiluu Baqqala, hojiin suphiinsaa eegalame guyyaa sadii keessatti raawwatamee tajaajilli Ibsaa akka deebi’u ibsanii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG