Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Isiraa’el Duula Gaazaa Keessatti Babal’istetti Yunaayitid Isteetis Akka Lubbuu Namoota Nagaaf Eegumsi Taasisamu Gaafatte

Yeroo Isiraa’el Duula Ishee Gaazaa Keessatti Babal’istetti Yunaayitid Isteetis Akka Lubbuu Namoota Nagaaf Eegumsi Taasisamu Gaafatte
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:55 0:00

Yeroo Isiraa’el Duula Ishee Gaazaa Keessatti Babal’istetti Yunaayitid Isteetis Akka Lubbuu Namoota Nagaaf Eegumsi Taasisamu Gaafatte

sraa’el Dilbata kaleessaa duula waraanaa ishee Gaazaa keessatti babal’isuu itti fuftee ennaa jirtutti, Yunaayitid Isteetis lubbuu namoota nagaaf eegumsi akka taasisamu irra deebitee waamicha dhiheessite. Addatti immoo ogeessi waraanaa tokko, ergamni Tel Aviv Hamasiin balleessuuf qabdu cimaa ta’uu akeekkachiisaniiru. Gabaasa Veroonikaa Balderaas Igleesiyaas Befekadu Morodatu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG