Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayijeriyaatti Lakkoonsi Ijoollee Mana Barnootaatii Ala Jiranii  Baay’achaa Deemuun Yaddoo Gudda Uume

Naayijeriyaatti Lakkoonsi Ijoollee Mana Barnootaatii Ala Jiranii  Baay’achaa Deemuun Yaddoo Gudda Uume
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:53 0:00

Naayijeriyaatti Lakkoonsi Ijoollee Mana Barnootaatii Ala Jiranii  Baay’achaa Deemuun Yaddoo Gudda Uume

Naayjeeriyaa keessatti, lakkoobsii daa’imman mana barumsaan ala jiranii guddachaa jiruuf, furmaata argachuun dhimma hatattamaa guutuu biyyatti ta’eera. Daa’imman miliyoona 20tti tilmaamaman mana barumsaa hin dhaqan. Haala kanaaf, ogeeyyiin rakkoolee aadaa, dinagdee fi bu’uuraalee misoomaa walmakaa ta’an kan komatan yoo ta’u, isaan keessaa tokkollee furmaata salphaa hin qaban. Gibson Emeka seenaa kana Abuja, Nigeria irraa qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG