Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Lakkoobsi Namoota Dhibee Busaan Du’anii Dhibbeentaa 27’n Dabaluu Ministiriin Fayyaa Beeksise

Itiyoophiyaa Keessatti Lakkoobsi Namoota Dhibee Busaan Du’anii Dhibbeentaa 27’n Dabaluu Ministiriin Fayyaa Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Itiyoophiyaa Keessatti Lakkoobsi Namoota Dhibee Busaan Du’anii Dhibbeentaa 27’n Dabaluu Ministiriin Fayyaa Beeksise

Itoophiyaa kessatti lakkoobsi namoota dhibee Busaan barana du'aan dhibbeentaa 27 dabaale jedhan Ministeerri fayyaa Dr. Liyaa Taaddesee.

Dr.Liyaan hasawaa baniinsaa yaa'ii fayyaa 25ffaa sadarkaa guutuu biyyaatti gaggeeffame irraatti kana dubbatan. Akka jecha isaaniitti yeroo amma sadarkaa biyyaatti yoo ilaalame namoonni miliyoona 3.3 oli dhibee busaan qabamaniiru. Gama biraatiin, Tokkummaa Mootummootatti biiroon gargaarsa namoomaa OUCHA'n gabaasa torban kana jalqaabarra baaseen godina Wallagga lixaatti namoonni 120,000 dhibee kanaan qabamanii, hanqinni dhiheessii dawaa mudatee jira, jedhee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG