Xurree ittiin seenan

Breaking News

Carraaqqiilee fi Didhaalee Marii Nageenyaa Itiyoophiyaa 


Carraaqqiilee fi Didhaalee Marii Nageenyaa Itiyoophiyaa 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:46 0:00

Carraaqqiilee fi Didhaalee Marii Nageenyaa Itiyoophiyaa 

Waliigalteen Piriitooriyaa waggaa tokko dura yeroo mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti mallatteessametti wal-dhibdee karaa nagaa hiikuu irratti Abdii guddaatu kaayamee ture.

Gama kaaniin wal-dhibdeen naannoo Oromiyaa keessaa fi naannoo Amaaraa keessaa itti fufuun ammooo haala siyaasaa fi nagaa Itiyoophiyaa keessaa rakkisaa taasisee itti fufe. Har’a ammoo nageenya Oromiyaa keessatti buusuutti kan fuuleffate mariin marsaa lammataa Mootummaan Federaalaa fi waraanni Bilisummaa Oromoo Taanzaaniyaa, Saare Salaamitti kaleessa eegaluun gabaasamee jira. Dhimmoota kanneenii fi haala nageenya Itiyoophiyaa keessaa waliigalaa ilaachisuun Mitikkuu Fiqaaduu ogeessa fi qorataa siyaasaa tokko dubbisuun gabaasaa qindeesse qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG