Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraansi Isiraa’elii fi Hamaas Eega Xumuramee Booda Hireen Naannoo Falaxiinotaa Maal Tahuuf Jira?

Waraansi Isiraa’elii fi Hamaas Eega Xumuramee Booda Hireen Naannoo Falaxiinotaa Maal Tahuuf Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Waraansi Isiraa’elii fi Hamaas Eega Xumuramee Booda Hireen Naannoo Falaxiinotaa Maal Tahuuf Jira?

Loltoonni Israa’el gara walakeessa magaalaa Gaazaatti yeroo seenaa jiran kanatti, wal waraansii Israa’elii fi hidhattoota Hamaas gidduutti erga xumuramee booda, naannoon Falasxiinootaatti maaltu akka ta’u ilaalchisee, gaaffiin dhiyaatu guddachaa jira. Israa’el Gaazaa irra deebitee qabachuu isa jedhu akka hin deggerre Amerikaan ifatti beeksiiftee jirti. Kunis Isiraa’el humnootii ishee fi qubattota ishee erga baastee gara waggaa 18 booda ta’uu isaati jedha gabaasan Henrii Riijwell erge.

Forum

XS
SM
MD
LG