Barattoonni kolleejjii ykn yunivarsiitii Ameerikaa waggaa afuriif barachuuf bara barnootaa tokkotti doolaara kuma 40 hanga kuma 80 kaffaluutu irraa eegama, garuu yoo barataa sadarkaa addunyaa Ameerikaa keessatti barachuuf kaate taate baasii jiru haalaan hir’isuuf karaaleen jiru jedha gabaase Laareel Boowmaan.
Gatiin Koollejii Ameerikaa Qaalii Ta’us Barattoota Biyyootii Alaaf Karaan Itti Seenan Jira
- VOA
Forum