Manni murtii feederaalaa olaanaan dhaddachii ramaddii Lidata murtoo kanna kandabarse himaanna meeshaalee Raadaaritiin walqabateen irratti akka ta’e kan sagalee Amerikaatti himan Abukaatoon Jeeneraal Kenfee Daanyeewu obbo Haftoom Kesete, himanna Kanaan hidhaan wagga sadii fi ji’a Torbaa irratti murtaa’uu isaa ibsaniiru.
Abbaan seeraa murtoo adabbii guyyaa kaleessaa beeksesan yoo dhimmaa biraatiin hin baarbadaman ta’e yeroon amma ammaatti isaan mana hidhaa keessa turan isaa irratti murtaa’ee ol waan ta’eef mana hidhaatii buhuu akka danda’an ibsanus, himannootaa biron kan ka’ee akka mana hidhaa keessa turan beekameera.
Waggoottan shannan darbani fi mana hidhaa keesaa taa’anii dhimmaa isaanii kan hirdofaa jiran daarekteerri dhaabbata Meeteek duraanii ammas galmaalee Shan jalatti kan qabaman himaan kudhan akka qabani abukaatoon isaanii akka ibsan Gebremikaa’el Gebremedihin Finfinnee irraa gabaasee jira.
Forum