Xurree ittiin seenan

Breaking News

Zimbaabuween Biyya Albuuda Daayaamondiin Addunyaarratti Beekamte Taateyyuu Lammiwwan Ishee Hiyyuma Keessaa Hin Baane

Zimbaabuween Biyya Albuuda Daayaamondiin Addunyaarratti Beekamte Taateyyuu Lammiwwan Ishee Hiyyuma Keessaa Hin Baane
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00

Zimbaabuween Biyya Albuuda Daayaamondiin Addunyaarratti Beekamte Taateyyuu Lammiwwan Ishee Hiyyuma Keessaa Hin Baane

Zimbaabuween qabeenya uumamaa kanneen ta’an albuudalee adda addaa gara 40 tahan kan qabdu yoo ta'u, kuufama albuudaa diyaamandii addunyaa irratti guddaa ta'e warra qaban keessaa tokkodha.

Taʼus garuu, lammiileen Zimbaabuwee harki caalaan hiyyuuma keessa jiraachuu itti fufanii jiru. Kolombus Mavhungaan Maasii albuudaa Diyaamandii beekamaa biyyattii Marange daawwachuun, jiraattota jireenya giddu galeessaa jiraatan, qabeenya albuudaa biyyattii irraa caalaatti fayyadamoo ta’uu barbaadan waliin marii gaggeessee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG