Pirezidaant Joo Baayiden Kamisa kaleessaa, cimina guddina dinagdee Ameerikaa ibsuun, biyyoota Eeshiyaa-Paasifiik 19, Ameerikaa waliin michuu akka ta’an yaaliin godhamuuf jiru dubbatan. Sababiin isaas hogganaan Chaayinaa torban kana walgahii hoggantoota biyyoota Eeshiyaa fi hojii gaggeessitoota olaanoo humna guddaa qaban irratti, waamicha wal fakkaataa dhiheesuu isaanii ti. Addunyaan daldalaa, maaliif lamaan isaanii hin taane? jedhee gaafachaa jira.
Prezidaant Baayideen Walga’ii Hoogganota Biyyoota Eeshiyaa Paasifik Waliin Geggeessanirratti Cimina Dinagee Biyya Isaanii Ibsan
- VOA
Forum