Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miidiyaan Hawaasummaa Dargoggoota Kallattii Kamitti Geessaa Jira?


Miidiyaan Hawaasummaa Dargoggoota Kallattii Kamitti Geessaa Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:42 0:00

Miidiyaan Hawaasummaa Dargoggoota Kallattii Kamitti Geessaa Jira?

Dargaggoonni miidiyaa hawaasaa fayyadaman tokko tokko hasaawwan jibbinsa, arrabsoo, waantoota safuu hawwaasaa gadhiisan yommuu maxxansan argamu. Kanarra darbees fuula miidiyaa hawwaasaa irratti maxxansuun of ajjesuuf akka jiran ibsatu. Sanarra darbee waantoonni Walquunnamtii Saalaa fakkaatan ykn garasitti geessan yommuu maxxanfaman argamu.

Kun haala kanaan yoo itti fufe dhaloota irratti dhiibbaa akkamii fiduuf deema, Maalifis Safuun hawwaasaa kabajamuun ulfaatee ? Dhimma kanarratti barsiisaa Amantaa Islaamaa kan ta’an Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi barsiisaa amantaa Kiristaanaa kan ta’an Hojjetaa Wangeelaa Teshale Tesgara akkasumas ogeessa xiin sammuu Dr Diribaa Wakjiraa dubbisneerra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG