Xurree ittiin seenan

Breaking News

Roozaaliin Kaarteer Haati-warraa Pireezidaantii Yuunaayitid Isteetis Draanii Kan Jiimii Kaarteer Du’aan Boqotan


Roozaaliin Kaarteer Haati-warraa Pireezidaantii Yuunaayitid Isteetis Draanii Kan Jiimii Kaarteer Du’aan Boqotan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:04 0:00

Roozaaliin Kaarteer Haati-warraa Pireezidaantii Yuunaayitid Isteetis Draanii Kan Jiimii Kaarteer Du’aan Boqotan

Roozaaliin Kaarteer umurii isaanii waggaa 96ffaatti du’aan addunyaa kanarraa boqotan. Giftii dureen Yuunaayitid Isteetsi duraanii Roozaliin Kaarteer erga Waayit Haawusii abbaa manaa isaanii waliin bahanii booda hojiiwwan deeggarsa guddina dimookiraasii fi deeggarsa fayyaa irratti hojjechaa turan. Keesumaa dhimma nageenya sammuu fi dhukkuboota bakkoota lafa gammoojjii ykn ho’aa dagatamanii turan irratti hubannoon akka jiraatuuf hojii gurguddaa hojjechaa turan.

Kiin Farabah yeroo baay’eef waa’ee Maatii Roozaliin Kaarteer gabaasuun beekamu du’a isaanii hordofee gabaasaa Sagalee Ameerikaaf ergite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG