Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame

Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:46 0:00

Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame

Fiigichi Guddichi kan Itoophiyaa marsaan 23ffaa Dilbata kaleessaa magaalaa Finfinneetti gageeffamee jira. Dorgommii fiigichaa kanan Atileet Biniyaam Mahaarii dhiraan, atileet Malkinaat Wudduu ammoo dubaraan injifatanii jiran. Gama biraattin Faransaay seena ishee keessttii yeroo jalqabaaf goolii 14 Fi 0 dhaan Jibraaltaariin injjiffatee. Eebbissaa Naggassaa, Istookoolm, Siwiidin irraa gabaasaa nuuf erge qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG