Breaking News

Itiyoophiyaan Kaffaltii Liqaa  Isheerra Jiru Yeroo Isaa Dheereffachuun Maal Gargaara?

Itiyoophiyaan Kaffaltii Liqaa  Isheerra Jiru Yeroo Isaa Dheereffachuun Maal Gargaara?

No media source currently available

Itiyoophiyaan Kaffaltii Liqaa  Isheerra Jiru Yeroo Isaa Dheereffachuun Maal Gargaara?

Itoophiyaan qaamolee maallaqa liqeessaanif waliin haala kaffaltii liqaa irraa jiru yeroon isaa dheereffamuuf waliigaltee tolfachuu ishee, torban dabre keessa Ministriin mallaaqa biyyaattii maddeen oduuf ibsanii jiran. Dhimma kana irratti Nigusuu Taammiree, Yunivarsitii Minisootaatti ogeessaa fi barsiisaa dhimma dinagee ka tahan – Dr. Badhaasaa Taaddesee dubbisee jira.

​
XS
SM
MD
LG