Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Sababaa Hookkaraan Buree Keessaa Buqqa’anii Gara Horro Gurduruu-Wallaggaatti Baqatan Hanqina Gargaarsaan Rakkataa Jirra, Jedhu


Namoonni Sababaa Hookkaraan Buree Keessaa Buqqa’anii Gara Horro Gurduruu-Wallaggaatti Baqatan Hanqina Gargaarsaan Rakkataa Jirra, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:15 0:00

Namoonni Sababaa Hookkaraan Buree Keessaa Buqqa’anii Gara Horro Gurduruu-Wallaggaatti Baqatan Hanqina Gargaarsaan Rakkataa Jirra, Jedhu

Naannoo Amaaraa, Godina Goojjam Bahaa Aanaa Buree keessaa sababaa rakkoo nageenyaan buqqaasamanii yeroo ammaa Naannoo Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keessa akka jiran namootni Sagalee Ameerikaatti himan, hanqinni gargaarsaa waan jiruuf rakkannee jirra, jechuun akka gargaarsi hatattamaan isaan dhaqqabu gaafatan.

Bakka-bu’aan itti gaafatamaa waajjira Buusaa Gonofaa aanaa Amuruu obbo Mokonnin Tarrafaa hanqinni gargaarsaa jira jedhanii, buqqaatota kanneen gargaaruuf akka tattafatamaa jiru dubbatan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG