Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dipilomaatiin Ameerikaa Duraa Du'aan Boqotan


Dipilomaatiin Ameerikaa Duraa Du'aan Boqotan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:53 0:00

Dipilomaatiin Ameerikaa Duraa Du'aan Boqotan

Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa fi Ministira Dhimma Alaa duraanii kan bara bulchiinsa prezidaantii Yunaayitid Iseetis duraanii Riichaard Niiksan dhiibbaan isaan addunyaa keessatti qaban cimaa ture Heenrii Kiisinger, umrii isaanii waggaa 100tti, mana isaanii kutaa Kenetikaat keessatti du’aan boqotan. Duuti isaa dhaabbata isaanii kan gorsaatiin kan labsame yoo ta'u sababni isaas hin ibsamne. Odu gabaastuun VOA Cindii Seen seenaa isaanii ilaalchisuun gabaasteetti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG