Aartiistiin fakkii Ameerikaa beekamaan Kihindee Waalii— kan fakkii pirezidaantii Amerikaa duraanii Baaraak Obaamaa fi wellisaa gosa muuziqaa Pooppii Maaykil Jaaksan kaasuun beekamu — buruushii isaa haalluu cuphee gara Afrikaatti fulleeffate jira. Liisaa Biraayitan magaalaa Paarisitti hojii isaanii dhiheessan dubbisuun gabaasaa qindeessite qabna.
Artistiin Fakkii Ameerikaa Beekamaan Burushii Halluu Cuubee Gara Afrikaatti Fuuleffate
- VOA
Forum