Akka maddi oduu Rooyiters gabaasetti Prezidaantiin biyya Giinii Bisaawoo Umaroo Sisookoo Imbaaloo wixata kaleessaa paarlamaa mootummaa biyyatti bittineesuu isaanii kan labsan, kamisa darbe Sadaasa 30 garee umnoottan waraana biyyatti lama gidduutti erga walitti bu’insii uumamee booda.
Walitti bu’insa loltootaa giduuti taasifame kan aggaammii fonqolcha aangoo akka ta’e ibsan prezidaantichi. Tarkaanfiin prezidaantichi amma fudhatan kun biyyaa dhiha Afrikaati argamtuf siluumaanuu tasgabii hin qabne seeraa tumtoota malee akka hambisu kan ibsamee yemuu ta’u, prezidaant IMBALOn erga bara 2020 aangoo qabatanii as yemmuu paarlamaan biyyatti bittinaa’u inni kun yeroo lammaffaadhaaf akka ta’e beekameera.
Forum