Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-waraansi Sudaan Keessaa Akka Namoonni Kuma Dhibbaan Lakkaawaman Dabalataan Gara Sudaanitti Dheessan Taasise, Jedha WFPn

Wal-waraansi Sudaan Keessaa Akka Namoonni Kuma Dhibbaan Lakkaawaman Dabalataan Gara Sudaanitti Dheessan Taasise, Jedha WFPn
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Wal-waraansi Sudaan Keessaa Akka Namoonni Kuma Dhibbaan Lakkaawaman Dabalataan Gara Sudaanitti Dheessan Taasise, Jedha WFPn

Chaad baqattoota miliyoona tokkoo ol keessummeessaa kan jirtu yoo ta’u, – kunis Afrikaa keessatti biyyoota baqattootaa baay’ina isa guddaa keessummeessan akkasumas lakkoobsi baqattootaa itti seenanii saffisaan guddachaa jiru keessaa tokko ishee taasisa. Waldhabdeen dhiheenya kana biyya ollaa ishee taatee Sudaan keessatti mudate, akka namoonni kuma dhibbaan lakkaa’aman dabalataan daangaa ce’uun gara Chaaditti dheessan taasise, jedha Sagantaan Nyaata addunyaa ykn WFPn..

Forum

XS
SM
MD
LG