Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qormaata Barattootaarratti Qofa Fuuleffachuun Qulqullina Barnootaa Guddisuun Hin Danda’amu, Jedhu Barsiisonni Qormaata 12ffaa Kennaa Turan


Qormaata Barattootaarratti Qofa Fuuleffachuun Qulqullina Barnootaa Guddisuun Hin Danda’amu, Jedhu Barsiisonni Qormaata 12ffaa Kennaa Turan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:52 0:00

Qormaata Barattootaarratti Qofa Fuuleffachuun Qulqullina Barnootaa Guddisuun Hin Danda’amu, Jedhu Barsiisonni Qormaata 12ffaa Kennaa Turan

Qormaanni biyyaaleessaa kutaa 10ffaatti kennamu hafee kutaa 12ffaa qofaatti akka kenamu yeroo taasifame barnootaa isaarrattis jijjiiramni taasifameera. Qormaanni kutaa 12ffaa, duraan manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa keessatti kennamaa tures hanna qormaataa hambisuuf jecha akka barattoonni Yuunivarsiitiiwwan keessatti qormaata fudhatan taasifamee jira. Jijjirama kanaa booda, ba’iin qormaata barattootaa gammachiisaa hin taane. Barattoonni ni kufan. Barsiisoonni qormaaticha qoraa turanii fi ogeessa xiinsammoo bu’aa fi miidhaa jijjiirama kanaa irratti dubbisnee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG