Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Puutin Dhiheenya Giddugaleessa Bahaa Daawwachuun Qoqqobbii Biyyoonni Gama Lixaa Irra Kaa’aniif Diddaa Qaban Agarsiisuuf, Jedhame

Prezidaant Puutin Dhiheenya Giddugaleessa Bahaa Daawwachuun Qoqqobbii Biyyoonni Gama Lixaa Irra Kaa’aniif Diddaa Qaban Agarsiisuuf, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:29 0:00

Prezidaant Puutin Dhiheenya Giddugaleessa Bahaa Daawwachuun Qoqqobbii Biyyoonni Gama Lixaa Irra Kaa’aniif Diddaa Qaban Agarsiisuuf, Jedhame

Prezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Roobii dabre daawwannaa ariifataa biyya Yunaayitid Arab Emereet fi Sa’uudii Arabiyaa keessatti gaggeessuun, taajjabdoonni akka jedhanitti, tattaaffii biyyoota addunyaa gama Lixaa qoqqobbii irra ka’anii fi ajaja hidhaa Mana Murtii Yakkaa kan addunyaatiin kennameef diddaa qaban agarsiisa. Elizaabeet Cherneef gabaasa Moskoo irraa ergiite qindeessinee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG