Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Lola Isiraa’elii fi Hamaas Irratti Yunaayitid Isteetis Ejjennoo Isheetti Cichitee Jirti

Dhimma Lola Isiraa’elii fi Hamaas Irratti Yunaayitid Isteetis Ejjennoo Isheetti Cichitee Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:51 0:00

Dhimma Lola Isiraa’elii fi Hamaas Irratti Yunaayitid Isteetis Ejjennoo Isheetti Cichitee Jirti

Lola Israa’elii fi garee Falasxiin Hamaas gidduutti taasifamaa jiru dhaabsisuudhaaf akka waligalteen dhukaasa dhaabuu taasifamuu yaadni mana maree nageenyaa dhaabbata mootumoota gamtoomanitti dhihaatee ture diddaa Yunaayitid Isteetsin otuu fiixaan hin bahiin hafe. Ammas, dhimma kana irratti akka mari’atamuuf Dhabbatni Mootummoota Gamtoomanii Yaa’ii Waliigalaa waamee jira. Ejjennoon Yunaayitid Isteetis kun qeeqaa umaa akka jiru himamus, aanga’onni Yunaayitid Isteetis garuu ijjanoon isaanii akka sirrii ta’e ibsaa jiru. Siviilota lammiilee Falaxiinif akka gargaarsi miijeffamus gaafataa jiran.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG