Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Naqaa Haqameen Wal Qabatee Namoonni Hidhaman Akka Gadhiifaman Himannaan “Qaama Walaba Taasisuu” Jedhamu Dhihate


Magaalaa Finfinnee
Magaalaa Finfinnee

Hiriira nagaa karoorfamee booda haqamee waliin wal qabatee namoonni siyaasaa hidhaman akka gadhiifaman gochuuf, himannaan qaama ofii walaba baasuu jedhu banamuun isaa ibsamee jira.

Himannaan kun banamuu kan ibsan dura ta’an paartii Ihaapaa gargaaraa profeesaraa Zinaabuu Abarraa waltaasiiftoota hidhaman 4 keessaa tokko gadhiifamuu ibsanii jiru.

Namoota isaa hidhaman lama keessaa tokko gadhiifamuu kan ibse Innaat paartiin

Namoonni siyaasaa fi sababaa hiriira nagaa waliin wal qabatee hidhaman hundi akka gadhiifamanis paartiichi ibsa baaseen gaafatee jira.

Dhimmi kun isaan yaaddeessuu isaa kan ibsan walitti qabaan mana maree walii kan paartiee siyaasaa Obbo Dastaa Dinqaa, jeeqamsii biyyatti keessaa mariin furamuu akka qaban hubachisan.

Namoonni shaoroorkeessummaan shakkaman 97 to’annaa jala ooluu isaanii, kana malees meeshaa waraanaa qabachuu isaanii humnii waloo kan nagaa fi nageenyaa ibsuu isaa ni yaadatama.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG