Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Daarikteerri Dhaabbata Misooma Idil AddunyaaYuunaayitid Isteetis Kan USAID, Naannoo Gaambeellaa Daawwatan

itiyoophiyaatti Daarikteera Dhaabbata Misooma Idil AddunyaaYuunaayitid Isteetis Kan USAID Scott Hoklander fi prezidaantii naannoo Gambeelaa Umod Ujuluu

Itiyoophiyaatti Daarikteerri Ejensii misooma Idil Addunyaa kan Yuunaayitid Isteetsi USAID Iskoot Hooklander gara Gaambeellaatti imaluun hooggantoota naannoo waliin wal arganii haalli midhaan nyaataa baqattootaaf deebi’ee jalqabuu danda’u irratti marii’ataniiru. Akkasumas Pirojektoota USAID ittisa dhukkuba Busaa irratti hojjetanis daawwataniiru.

Daarikteerichi buufata baqattoota Niguuneelii fi Pugnidoos daawwachuun haala raabsaa midhaan nyaataa yeroo ariifachisaa ilaalanii , haaromsa amma raabsaa gargaarsa midhaan nyaataa irratti taasifamu hojiirra oole galmee baayoomeetirii , Ashaaraa qubaa fi meeshaa midhaan gargaarsaa ittiin kennamu irratti mallattoo Baarkoodiin irra taa’e dabalatee gargaarsi miidhaan nyaataa namoota gargaasa barbaadaniif qaqqabaa jiraachuu ilallaniiru. Imala isaanii alanaan Hospitaala walii gala Gambeellaas daawwataniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG