Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maree TV Kan Daandiilee Nagaa Itiyoophiyaatti Fuuleffachuun Sagalee Ameerikaan Tamsaasame Ilaalchisee Hordoftoonni Yaadasaanii Ibsan  


Maree TV Kan Daandiilee Nagaa Itiyoophiyaatti Fuuleffachuun Sagalee Ameerikaan Tamsaasame Ilaalchisee Hordoftoonni Yaadasaanii Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:06 0:00

Maree TV Kan Daandiilee Nagaa Itiyoophiyaatti Fuuleffachuun Sagalee Ameerikaan Tamsaasame Ilaalchisee Hordoftoonni Yaadasaanii Ibsan

Mareen dhimma nageenya Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate kaleessa Washington waajjira muummee Sagalee Ameeriakatti gaggeeffamee jira. “Itiyoophiyaatti Daandiilee Gara Nagaa, Waliigaltee Priitooriyaa tii booda”mata duree jedhuun marii Sanbata dabre gaggeeffamee fi kaleessaa sagantaa Afaan Amaaraa irratti tamsaasame kanatti qaamota hawaasa adda addaa Ameerikaa jiraatan, ogeeyyiin seeraa fi siyaasaa tu hirmaate. Dhaggeeffatoonni sagalee Ameerikaa maree kana hordofan mariachi baayyee barbaachisaa tahuu eeranii, kana boodas saboonni hafan kaanii fi qaamoleen hawaasaa biyyattii keessa itti hirmaachuu qaban, jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG